Manni bakka baayyee gammachuun keessa jiraatamu dha. Garuu yoo olla waliin walii galteen hin jiraatne gammachuun kun tasa baduu danda’a. yeroo tokko tokko gochii fi amalli olla dhiibbaa hamaa nama ...