Dargaggoo Obsaa Abaatee Godina Wallaggaa Lixaa magaalaa Najjootti dhalatee guddate. Ammaan tana ammoo Yuniversitii Zaayid kan Yunaayitid Arab Imiretis, Abu Dhabi keessatti argamutti digiriisaa ...